你好! Tracked shipping to Taiwan with premium packaging for just NT$300 

Ship to
Taiwan
0
  • argentina
  • chile
  • colombia
  • españa
  • méxico
  • perú
  • estados unidos
  • internacional

Select your country

Americas

Europe

Rest of the world

portada Qeerroo Fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Qeerroo: Caya Bilisummaa Oromoo (in Oromo)
Type
Physical Book
Publisher
Language
Oromo
Pages
256
Format
Paperback
Dimensions
20.3 x 12.7 x 1.4 cm
Weight
0.25 kg.
ISBN13
9781720873877

Qeerroo Fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Qeerroo: Caya Bilisummaa Oromoo (in Oromo)

Mohammed Abaoli Abafogi Phd (Author) · Createspace · Paperback

Qeerroo Fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Qeerroo: Caya Bilisummaa Oromoo (in Oromo) - Abafogi Phd, Mohammed Abaoli

New Book Imported to Taiwan
Delivery: 16 Sep - 29 Sep Shipping: 16 to 20 business days.
NT$ 1,414
NT$ 1,414

Synopsis "Qeerroo Fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Qeerroo: Caya Bilisummaa Oromoo (in Oromo)"

Wanti Rabbi nu uumeef bilisaan lafa kanarra jiraannee, irratti horree bullee, dhalannee dhalchinee bilisummaadhaan bakkaa fi daangaa fedhe keessatti sodaa tokko malee akka jiraannuuf ture. Rabbi ilma namaa tokkollee gabrummaa keessatti hin uumne, hundumaayyuu bilisa taasisee daandii qajeelaa irratti uume. Haa tahu malee ilmaan Oromoo dachii irratti dhalate irratti mirga Rabbi isaaf kenne kana sarbamee jiruu fi jireenya bacancaraa keessa erga seenee jarraa tokkoo ol lakkoofsisee jira. Rakkoon hammaataa dhufuu malee yeroon itti kana wayya jedhamu erga dhibee yoo xinnaate jarraa tokkoof walakkaa yoo tahes rakkoon inni ammaa garuu kan yeroo maraa caalaa hamaadha. Mootummaan nama dhiibu biyya lafa kana keessa eessayyuu akka jiru beekamaadha, garuu yoo yartuun/xinnoon nama dhiibdu baayyee nama dhukkubsa. Empaayera Itoophiyaa keessatti saboottan jiraatan keessaa chaappaa gabrummaa dugdatti nu dhahee qalama diimaa addatti kan nu dibe saba Amaaraa yommuu tahu; warri kaan takkaa gargaarsaan bira dhaabbachaa takkaammoo faayiduma ofii qofa kabachiifataa yoo turanis, hundaa olitti qaamaa -qalbiin laamshoftuu kan taste ummatni Tigiree "Daana'oo" qabsoo ummata Oromoo taatee argamte. Lafa irratti dhalannee guddanne, sababa roorroo irraan kan ka'e, qonnee irraa nyaannee, horree irra yaafnee bilisoomnee jiraachuu dhiisii irra buluun hafee irratti awwaalamuuf eeyyama Abbaa irree eeggachuun dirqama tahee argame. Bakki silaa irratti rakkatanii rakkoo bahantu, kan badadanii badaa deebifatantu kan irratti xawunnaachee tahan tahe; kan qotanii guboo irraa nyaatantu kan irratti ciisii tahan tahe, ofiifuu akkaataa dhabee, qoree uffatee irra ijjachuu nu dhorkee, irra deemuu fi irraa deemuun nu harkaa wal dhahe; ofiifuu rakkoo nutti tahee argame. Kanaaf carraan ilmaan Oromoo hedduu hibboo hiika hin qabne tahaa waan dhufeef, karaan baqattummaa tahee argame. Baqatummaan haanquu dhuguu caalaa hadhoofti; garuu biyya ofii jiraachuun kana caalaa waan hammaateef, ilmaan keenya kaan afaan rasaasaatiif of kennaa, kaan hongee sahaaraatii fi bishaan bahaaraatti of kennanii hammi Rabbi lubbuu isaanii tikse qofti carraa baqatummaa gonfatanii gara rakkoo itti aanuutti darbu. Isaanuma kanagaa warreen of duuba deebi'anii warra gaafa jalqabaa biyyatti hafnaan sarootni wayyaanee maraatte sun jireenya dhorkiteef karaa hundaan tumsuufii eegalani.

Customers reviews

Frequently Asked Questions about the Book

All books in our catalog are Original.
The book is written in Oromo .
The binding of this edition is Paperback.

Questions and Answers about the Book

Do you have a question about the book? Login to be able to add your own question.

Opinions about Bookdelivery

More customer reviews